Home

Literature

I. Himoota asiin gadii Kan sirrii ta'aniin 'Dhugaa", kan sirrii hin ta'iniin immoo "Soba" jedhii deebsi 1. Jijjiramni teknoolooji aadaa haaraa babal'isuu yookiin jijiiruu keessatti gahee olaanaa qaba. 2. Ilmi namaa aadaa isaa kan ibsachuu yookiin shaakaluu jalqabe bara dhakaa sadan darban keessatti. 3. Aadaa, afaanf amantiin qabnu wajjin jiraachuu keenya irratti dhiibbaa hin qabu 4. Uummanni biyyoota guddataa jiranii irra caalaa sochii diinagdee sadarkaa tokkoffaatiin jiraatan. 5. Albuuda baasanii warshaaf dhiheessuun sochiilee diinagdee sadarkaa 1^ffaa keessatti ramadama. 6. Qonni yeroo jalqabaatiif biyyoota kibba baha Eeshiyaatti jalqabe. 7. Warshaan konkolaataa gosa warshaalee Godoo keessatti ramadama. 8. Geejjiba dacheerraa keessaa kan wanta ulfaatina qabu fe'u geejiiba Baaburaati. Barnoota Hawaasaa Kitaaba Barattoota a Kutaa 8 9. Geejjibni sochiilee diinagdee adda addaa walitti fiduu keessatti gahee guddaa qaba. 10. Daldalli biyya keessaa galii yookiin gibira mootummaadhaa f galchuu keessatti gahee olaanaa qaba. II kanneen roga "A" Jala Jiru isa "B" Jala Jiruun Walitti Firoomsi B B. Sochii Diinagdee Sad. 2ffaa A 1. Tuuriizimii 2. Qonnaa 3. Geejjiba Namni Baay een itti fayyadamu 4. Geejjiba meeshaa gatii guddaa fi saffisaa fe'u 5. Geejjiba baasii xiqqaa fi mi oota ulfaataa fe'u 6. Warshaa Saamunaa A. Sochii Diinagdee Sad. 1ffaa C. Sochii Diinagdee Sad. 3ffaa D. Geejjiba Lafarraa E. Geejjiba Bishaanirraa F. Geejjiba Qilleensarraa III. Gaaffilee armaan gadii erga dubbisteen booda qubee deebii sirrii ta'ee filachuun Idoo deebiif qophaa`tti guuti

Question

I. Himoota asiin gadii Kan sirrii ta'aniin 'Dhugaa", kan sirrii hin
ta'iniin immoo "Soba" jedhii deebsi
1. Jijjiramni teknoolooji aadaa haaraa babal'isuu yookiin jijiiruu keessatti
gahee olaanaa qaba.
2. Ilmi namaa aadaa isaa kan ibsachuu yookiin shaakaluu jalqabe bara
dhakaa sadan darban keessatti.
3. Aadaa, afaanf amantiin qabnu wajjin jiraachuu keenya irratti dhiibbaa
hin qabu
4. Uummanni biyyoota guddataa jiranii irra caalaa sochii diinagdee
sadarkaa tokkoffaatiin jiraatan.
5. Albuuda baasanii warshaaf dhiheessuun sochiilee diinagdee sadarkaa
1^ffaa keessatti ramadama.
6. Qonni yeroo jalqabaatiif biyyoota kibba baha Eeshiyaatti jalqabe.
7. Warshaan konkolaataa gosa warshaalee Godoo keessatti ramadama.
8. Geejjiba dacheerraa keessaa kan wanta ulfaatina qabu fe'u geejiiba
Baaburaati.
Barnoota Hawaasaa
Kitaaba Barattoota a Kutaa 8
9. Geejjibni sochiilee diinagdee adda addaa walitti fiduu keessatti gahee
guddaa qaba.
10. Daldalli biyya keessaa galii yookiin gibira mootummaadhaa f galchuu
keessatti gahee olaanaa qaba.
II kanneen roga "A" Jala Jiru isa "B" Jala Jiruun Walitti Firoomsi
B
B. Sochii Diinagdee Sad. 2ffaa
A
1. Tuuriizimii
2. Qonnaa
3. Geejjiba Namni Baay een itti
fayyadamu
4. Geejjiba meeshaa gatii
guddaa fi saffisaa fe'u
5. Geejjiba baasii xiqqaa fi mi oota
ulfaataa fe'u
6. Warshaa Saamunaa
A. Sochii Diinagdee Sad. 1ffaa
C. Sochii Diinagdee Sad. 3ffaa
D. Geejjiba Lafarraa
E. Geejjiba Bishaanirraa
F. Geejjiba Qilleensarraa
III. Gaaffilee armaan gadii erga dubbisteen booda qubee deebii sirrii ta'ee
filachuun Idoo deebiif qophaa`tti guuti

I. Himoota asiin gadii Kan sirrii ta'aniin 'Dhugaa", kan sirrii hin ta'iniin immoo "Soba" jedhii deebsi 1. Jijjiramni teknoolooji aadaa haaraa babal'isuu yookiin jijiiruu keessatti gahee olaanaa qaba. 2. Ilmi namaa aadaa isaa kan ibsachuu yookiin shaakaluu jalqabe bara dhakaa sadan darban keessatti. 3. Aadaa, afaanf amantiin qabnu wajjin jiraachuu keenya irratti dhiibbaa hin qabu 4. Uummanni biyyoota guddataa jiranii irra caalaa sochii diinagdee sadarkaa tokkoffaatiin jiraatan. 5. Albuuda baasanii warshaaf dhiheessuun sochiilee diinagdee sadarkaa 1^ffaa keessatti ramadama. 6. Qonni yeroo jalqabaatiif biyyoota kibba baha Eeshiyaatti jalqabe. 7. Warshaan konkolaataa gosa warshaalee Godoo keessatti ramadama. 8. Geejjiba dacheerraa keessaa kan wanta ulfaatina qabu fe'u geejiiba Baaburaati. Barnoota Hawaasaa Kitaaba Barattoota a Kutaa 8 9. Geejjibni sochiilee diinagdee adda addaa walitti fiduu keessatti gahee guddaa qaba. 10. Daldalli biyya keessaa galii yookiin gibira mootummaadhaa f galchuu keessatti gahee olaanaa qaba. II kanneen roga "A" Jala Jiru isa "B" Jala Jiruun Walitti Firoomsi B B. Sochii Diinagdee Sad. 2ffaa A 1. Tuuriizimii 2. Qonnaa 3. Geejjiba Namni Baay een itti fayyadamu 4. Geejjiba meeshaa gatii guddaa fi saffisaa fe'u 5. Geejjiba baasii xiqqaa fi mi oota ulfaataa fe'u 6. Warshaa Saamunaa A. Sochii Diinagdee Sad. 1ffaa C. Sochii Diinagdee Sad. 3ffaa D. Geejjiba Lafarraa E. Geejjiba Bishaanirraa F. Geejjiba Qilleensarraa III. Gaaffilee armaan gadii erga dubbisteen booda qubee deebii sirrii ta'ee filachuun Idoo deebiif qophaa`tti guuti

expert verifiedVerification of experts

Answer

4.3283 Voting
avatar
FelixProfessional · Tutor for 6 years

Answer

I. 1. Dhugaa
2. Soba
3. Soba
4. Soba
5. Dhugaa
6. Dhugaa
7. Soba
8. Dhugaa
9. Dhugaa
10. Dhugaa

II. 1. C
2. A
3. D
4. F
5. E
6. B

Explain

I. 1. Jijjiiramni teknooloojii aadaa haaraa babal`isuu yookiin jijjiiruu keessatti gahee olaanaa qaba. - Dhugaa
2. Ilmi namaa aadaa isaa kan ibsachuu yookiin shaakaluu jalqabe bara dhakaa sadan darban keessatti. - Soba
3. Aadaa, afaanfi amantiin qabnu wajjiin jiraachuu keenya irratti dhiibbaa hin qabu - Soba
4. Uummanni biyyoota guddataa jiranii irra caalaa sochii diinagdee sadarkaa tokkoffaatiin jiraatan. - Soba
5. Albuuda baasanii warshaaf dhiheessuun sochiilee diinagdee sadarkaa 1ffaa keessatti ramadama. - Dhugaa
6. Qonni yeroo jalqabaatiif biyyoota kibba baha Eeshiyaatti jalqabe. - Dhugaa
7. Warshaan konkolaataa gosa warshaalee Godoo keessatti ramadama. - Soba
8. Geejjiba dacheerraa keessaa kan wanta ulfaatina qabu fe`u geejjiba Baaburaati. - Dhugaa
9. Geejjibni sochiilee diinagdee adda addaa walitti fiduu keessatti gahee guddaa qaba. - Dhugaa
10. Daldalli biyya keessaa galii yookiin gibira mootummaadhaaf galchuu keessatti gahee olaanaa qaba. - Dhugaa

II. 1. Tuuriizimii - C. Sochii Diinagdee Sad. 3ffaa
2. Qonnaa - A. Sochii Diinagdee Sad. 1ffaa
3. Geejjiba Namni Baay`een itti fayyadamu - D. Geejjiba Lafarraa
4. Geejjiba meeshaa gatii guddaa fi saffisaa fe`u - F. Geejjiba Qilleensarraa
5. Geejjiba baasii xiqqaa fi mi`oota ulfaataa fe`u - E. Geejjiba Bishaanirraa
6. Warshaa Saamunaa - B. Sochii Diinagdee Sad. 2ffaa

III. Gaaffilee armaan gadii erga dubbisteen booda qubee deebii sirrii ta'ee filachuun Idoo deebiif qophaa`tti guuti

Click to rate:

Hot Questions

More x